HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo 3.2

Lisans: Ücret -siz ‎Dosya boyutu: 4.19 MB
‎Kullanıcı Derecelendirmesi: 0.0/5 - ‎0 ‎Oy

Hakkı -nda HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

Hiibboo İngilizce Riddle eşdeğerdir, neredeyse :) Hiibboo veya Bilmece antik çağlardan en kültürlerin folklor bir parçası olmuştur tahmin oyunu şeklidir. Uygulama, Afan Oromo dilinde birkaç Hiibboo sorusu içerir. Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo. Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti. Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uui. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan 'beekte ykn argatte' jadheeni bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafatata ta'un tapha isaaii itti fufu. http://om.wikipedia.org/wiki/Hiibboo Lütfen uygulamamızı Google Play mağazasında derecelendirin. İndirdiğiniz için teşekkür ederiz,