Afaan Oromoo Baradhaa 1.3

Lisans: Ücret -siz ‎Dosya boyutu: 2.62 MB
‎Kullanıcı Derecelendirmesi: 2.5/5 - ‎1 ‎Oy

Hakkı -nda Afaan Oromoo Baradhaa

Bu Mobil uygulama nasıl dünya çapında herhangi bir vücut okuyabilir, yazmak ve Grammatical şekilde Afan Oromo konuşmak öğretmek için kullanılır. Böylece, bu uygulama Afan Oromo Dil gelişimi için büyük bir rol oynar.

Afaan Oromoo Mobil Appilikeeshiiniin kan hojjatameef Ummatni Oromoo Hundi Addunyaa guutuu irra jiran Bakka Jiranitti Seerluga Afaan isaanii sirri hubachiisuun, Namni kamuu waan fedhe seeraan barreessuu, dubbisuu fi dubbachuu akka danda'u ni taasisa Jedhameeti.

Kanaafuu hundi keenya Afaan Kenya sirritti Beekuun Dirqama, Sababnisaa: AFAAN MALLATTOO DHA!